Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ajjeechaa Godina Gondar Kaabaaf TPLFtu Himatame


Naannoo Amaaraa
Naannoo Amaaraa

Zoonii Gondar kibbaa Aanaa Faarxaa keessatti Dhukaasa loltoonii Adda bilisumaa umata Tigiraay taaseseeraa jedhameen dubartii ulfaa tokko dabalatee lubbuun namoottan 30 darbuu isaa bulchaan Aanaa Faarxaa ibsuu isaanii gabaasin Asteer Misgaanawuu Baahir Daar irraa ergetee ibseeraa.

Bulchaan Aanaa Faarxaa obbo Wuleetaawu Geeraawarq akka jedhanitti, hidhattoonii TPLF yemmuu naannoo sana keessa turanitti namoottan nagaa ajeesuu isaaniitiif qabeenyaa barbadeessuu isaanii ibsaniiru

Dubbi himaan garee umnoota Tigraay jedhee of waamuu torban kana ibsaa VOA dhaaf keennanii dhaabani isaanii nammoottan nagaa ykn siviilotaa irrati akka haleellaa hin raawwatne himuun isaanii hin yaadatama.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG