Xurree ittiin seenan

Breaking News

Naannoo Sumaaleetti Namoodhii Hidhaman


Faayilii - Magaala Jigjigaa
Faayilii - Magaala Jigjigaa

Bulchiisni Mootummaan Naannoo Sumaalee namoota Adda Bilisa Baasaa Umata Tigraayii karaa adda addaatiin gargaaru jedhamanii shakkaman 28 hidhuu isaa Komoshineeriin Polosii Naanichaa Obbo Mohaamad Alii Raadiyoo sagalee Amerikaatii himaniiru

Namoonni too’annoo jala oolan kun nageenyaa naanichaa booresuudhaaf misseensotaa hogansaa mootummaa naannoo Sumaalee duraanii wajjins akka hidhata qaban ibsameera.

Komishiiniin mirga Namoomaa Itiyoophiyaa namoottan gosa Tigraayi ta’an hidhamaa jiraachuu isaani, manneen daldalaa fi hojii isaanii cufamaa jiraachuu ibsee akka ture ni yaadatama. Gabaasnii kan Addis Chakoli.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG