Xurree ittiin seenan

Breaking News

Namoota Hidhuu Dhaabaa: Jarmayoota Mormituu 


FAAYILII - Magaala FInfinee, Sadaasa 3, 2021
FAAYILII - Magaala FInfinee, Sadaasa 3, 2021

Mootummaan Itiyoophiyaa bulchiinsa naannoo Amaaraa keessatti seeraan ala namoota hidhuu hedduminaan gaggeeffamaa jiru akka dhaabuuf paartileen mormiitootaa 3 gaafatanii jiru.

Finfinnee keessatti har’a tuuta oduuf ibsa kan Kenaan,paartii tokkummaa guutummaa Itiyoophiyaa, paartii waraaqsa ummattoota Itiyoophiyaa fi Innaat paartii turan.

Partileen mormituu sadeen akka jedhanti rogeeyyiin miseensoonni gareen Faannoo fi kanneen biroon sababaa seera kabajsisuu butamanii fudhatamu jechuu isaanii Gabra Mikaa’eel Gabra Madhin Finfinnee irraa gabaasee jira.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG