Xurree ittiin seenan

Breaking News

Pireezdaantiin Yunaaytid Isteets Baaraak Obaamaa kaleessa galgala hasaha “State of the union address” jedhamu, kan ogga oggan kongreesii biyyattiiti dhihaatu yeeroo tasisan

Pirezdaantiin Yunaaytid Isteets baaraak Obaamaa kalessa galgala hasawaa ogga oggan “State of the union address” jedhamu kan congreesii biyyattiiti dhihaatu taasise. Obaamaan hasahaa akkana yeroo geggessu kun torbbaffaa fi kan dhumaati.

XS
SM
MD
LG