Xurree ittiin seenan

Breaking News

Obbo Shifarraaw Shugguxee Angoo Gadhiisan


Aaddee Muferiyaat Kamil bakka Obbo Shiferraaw Shuguxee buufamaniiru
Aaddee Muferiyaat Kamil bakka Obbo Shiferraaw Shuguxee buufamaniiru

Obbo Shifarraaw Shugguxee fedhii isaanii dura teessumaa Sochii Dimokraatawaa Ummata Kibba Itiyoophiyaa irraa gadhisuu isaanii dhaabati oduu Faanaa beeksisan jedha.

Walgahii hatattamaa gaggeessu irratti gaaffii aangoo gadhiisuu dhiyeeffatanii fudhatama argachuu ibsan.Akkuma Kanaan dura teessummaa jaaramayichaa fi koree hojii raawwachiiftuu gadhiisu.

Dura teessummaa jaarmayichaa irrraa kan ka’an ta’uus miseensa koree gidduu galaa ta’uun kan itti fuufan ta’u beeksiisan.

Bakka Obbo Shiferraaw Shuguxee walgahiin hatattamaa kun immoo aaddee Muferiyaat Kamil filatee jira.Addee Mufariyaat Kamil afaan yaa’ii paarlaamaa ta’uun hojjataa kan jiran ta’uun ni yaadatama.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG