Xurree ittiin seenan

Breaking News

Oolmaa Har’aa Gabaastuu VOA, Heezer Mardook Tigiraay Irraa  


Faayilii - Ijoollee buqaatota mana barumsaa Maqalee keessaa, amma akka kaampitti itti fayyadamamaa jiru keessa jiraatan, Caamsaa 10, 2021

Oduu gabaastuun RSA(VOA) Heezer Mardook haala Buqqaatota gara Tigiraay keessaa fi kanneen fakkaatan irratti gabaasaasuuf gara Tigiraayitti imaltee jirti.

Kaleessa yeroo Finfinnee dhaa kaatee gara Tigiraayitti, Dirree xayyaaraatti midiyaadhaaf akka sakattaan cimaan ture ka dubbattu, kan waan haaraa miti, ka jettu gabaastuun VOA Heezeer Merdook, naanoo Tigiraay kan yeroo ammaa humnoota adda addaatiin to’atamaa jiru eega seentee booda, waan argite waahila keenya Alulaa Kebbedeef bilbilaan ibsitee jirti.

Har’a waan magaalaa Maqalee keessatti mul’atu, mooraa buqqaatotaa keessaa tokko daawwattee waan argite ibsite, Heezeer.

Guutummaa isaa caqasaa

Oolmaa Har’aa Gabaastuu VOA, Heezer Mardook Tigiraay Irraa
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:43 0:00


Yaadawwan Ilaali (1)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG