Xurree ittiin seenan

Breaking News

Paartilen Mormitoota Naannoo Tigraay Hiraarfamaa Jirra Jedhu


Paartileen mormitootaa lama Arreenaa Tigraayii fi Tumsi dimokraasummaa Tigraay naannoo sana keessatti sochii siyaasaa gochuu irratti gama mootummaatii ka rakkoon isaan mudataa jiru ta’uu himatan.

Dura taa’aan paartii Arreenaa fi itti gaafatamaan sab quunnamtii paartichaa dheengadda akka hidhamanii turan illee dubbatu.

Itti gaafatamaan bulchiisaa fi nageenyaa naannoo Tigraay gama isaaniitiin dheengadda namoonni sochii hoogganoota shakkan eeruu kennaniin polisiin qabee eega qoratee booda gad lakkise jedhanii jiru.

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG