Xurree ittiin seenan

Breaking News

Paartiileen Morakattootaa Miseensonnii fi Deggertonni Isaanii Oromiyaa Keessatti Akka Hidhamaa Jiran Himatan


Partiileen morkattootaa maqaa Oromoon socho'aan, Kongireessi Federaalistii Oromoo fi Partiin ABO filannoo bara 2012 geggeessamutti karaa nagaa hirmaachuuf ka qophaawaa jiran tahuu dubbatanii, “garuu, mootummaan miseensotaa fi degartoota keenya hidhaa jira,” jedhu. Mootummaan Oromiyaa gama isaatiin filannoof akka haala miijessaa jiru eeree, “paartiileen morkattootaa yoo ka karaa nagaa socho’an tahe rakkoolee isaan mudatan ni furra,” jedha.

please wait

No media source currently available

0:00 0:05:44 0:00


Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG