Xurree ittiin seenan

Breaking News

Pirezdaantin Gaambiyaa Haaran Koomishinii Araaraa, Bara BulchiinsaYahiyaa Jammeeh Qoratu Hundeessu Barbaada


Pireezdaantii Gaambiyaa, Adamaa Barrow
Pireezdaantii Gaambiyaa, Adamaa Barrow

Pirezdaant Adamaa Barrow karoora qabu keessaa inni guddichi koomishinii dhiittaa mirga namaa bara bulchiinsa pirezdaantii duraanii gahee qulqullessu dhaabuu,akkasumas nagahaa fi araara dhugaa biyyattii keessatti fiduu akka ta'e dubbate.

Gaafii pirezdaantooni Afrikaa heddun deebisuu hin jallannee , “ marsaa meeqa angoo irra turta?' jedhuu Adamaan, “murtiin han ummata Gaambiyaati” jechuudhan deebiisuu irraa of qusate.

Gabaasa guutuu kana cuqaasuun dhaggeeffadhaa

Pireezdaantin Gaambiyaa Haaran Koomishinii Araaraa Bara BulchiinsaYahiyaa Jammeeh Qoratu Hundeessu Barbaada
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:06 0:00

XS
SM
MD
LG