Xurree ittiin seenan

Breaking News

Pirezidaantii US i hardhallee naqaashii itti yaamanii koree kongireesii Amerikatit himachuutti jiran


Trump Impeachment
Trump Impeachment

Pirezidaanti Doonaldi Tiraampi seenaa Amerikaa keessatti pirezidaantota waan hujii irraayyuu buusuu dandaha jedhaniin himachuutti jiran sadeessoo.

Namii hardha naqaashii itti tahe kun ka mootummaan isaa durii Yukreenitti ambaasaaddera Amreikaa tolchee filate, Mari Yovaanovich.Koree mana marii Amerikaatti himamatte.

Yovanovitch Adoolessa bara 2016 haga Caamsaa bara 2019 US taatee hojjachaa baate.

Akka isii fi miilotii Demokiraati jedhanitti gorsaa pirezidaanti Tiraampi Ruudii Juliyaanii fi miilota isaatti isiitti duulee hujii irraa buuse.

Yukreenitti itti gaafatamaa himaammata alaa US ambaasaadder George Kent ambaasadder Yovanoovich waan hedduun yakkan jedhe.

"Bara 2018-2019, akka Ruudii Juliyaanii fi miilotii isaa namii akka Lev Parnas fi Igor Fruman, amaasaaddea Yovanoovichii fi hojjatoota embaasii Amerikaa Kyiv jiranitti duulan quba qaba.”

Akka isiin jettetti waan mataan namaatuu hin fudhanneen hujii irraa buusan tun waan akka malee miira namaa hammeessaati.

Wannii pirezidaanti Tiraampi bilbilaan ambaasader Meerii maqaa dhahee pirezidaantii Yukreeniitti hime waan akka malee miira nama hammeessaati jette.Waan jedhu wallaalee tun doorsisa jedhe.

Gorsaa pirezidaanti Tiramapii fi miiltoa isaati Yukreenitti waashingtonitti i yaamee huji irraa buuse.

Himachaa tana paartii Demokiraatitti yaamee akka jarii jedhetti ambaasaddera tana siyaasaa Tiraampitti gufuu taati jedhanii hujii irraa buusan.

Pirzidaanti Tiraampi waan hujii irraa buusuu fa dandahaatiin himachuutti jiran

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG