Xurree ittiin seenan

Breaking News

Pirezidaantii Suudan ka durii, Omar al-Bashir mana murtii yakka addunyaa qoratutti kennanii himachuuf dubbii itti muran


Omar el-Béchir, président du Soudan, écoute Hosni Mubarak lors d'une réunion au Caire, le 22 février 2009.
Omar el-Béchir, président du Soudan, écoute Hosni Mubarak lors d'une réunion au Caire, le 22 février 2009.

ICC, International Criminal Court,Mana Murtii Wanjala Addunyaa qoratu The Heague jiru.

Mootummaa cehumsaa Suudanii fi paartii mormituu Daarfur jiranitti Kaartumitti kora taa’ee irratti walii gale.

Akka oduu himaan oduu himaan paarti mormituu ka sochii haqaa fi wal qixxummaa Suudan, Ahmed Tugood VOAtti himetti marii tanaan Bashiirii fi bulchoota Suudan ta durii afur mana murtii kanatti kennuuf.

Jara kana akka Tuuguud jedhetti yoo paartileen Suudan walii galan torbaa itti aanaa keessaa ICC-tti kennanii himatan..

Manii Murtii wanjala addunyaa qoratu, ICC Pirezidaantii Suudan Al Bashir dhiiga nama hedduutti irra jedhee qabuuf falaa bahe.

Bashir ganna 30 caalaa biyya sun addunyaan wal hanqise bulchaa bahe Ebla bara 2019 hujii irraa buusan.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG