WASHINGTON,DC —
Imaltuu tana akka oduu media Itoophiyaatti ministera haajaa alaa Itoophiyaa, Osmaan Saalee fi gorsaa pirezediaanti Isaayysaa Yemaanee Gebreabitti waliin dhufe.
Keessummoota tana muummee minsitera Itoophiyaa,Dr Abiy Ahmedii fi itti gaafatamtoota mootummaa hedduutti diida xuyyra Booleetti simatee yooyyifate.
Jarii kun haga guddaan waan biyya lamaanii irratti kophaatti mari’ate.
Tana maleellee pirezidaanti Isaayyaas misooma Finfinnee keessatti hojjatanillee irra maree laala jedhan. Jarii kun eegii Dr.Abiy Noobelii badhaafamee hardha walti dhufe.