Xurree ittiin seenan

Breaking News

Pirz. Tiraampi walii galtee Israahelii fi Suudan mirkansee marii hidhaa Abbaayaa irratti waan jabduu jedhe


U.S. President Donald Trump is seen on the phone with leaders of Israel and Sudan in the Oval Office at the White House in Washington
U.S. President Donald Trump is seen on the phone with leaders of Israel and Sudan in the Oval Office at the White House in Washington

Pirezidaanti Tiraampi ibsa waajjira mootummaa isaa White House keessatti kaabinee isaa waliin walii galtee Israahelii fi Suudan labse.

Ji’a diqqaa keesastti ammo Sawudii Arebiyaa Palestine fi isumaa Iraanillee dabalamuu fa dandeetti jedhe.

Walii galtee tana irratti muummee ministera Israahel, Benjamin Netanyaahuu fi muummee ministera Suudan Abdalla Hamdock waliin bilbilaan wal haasahe

Hidhaa Abbaayaa irratti mootummaan isaa marii araaraa jalqabee Itoophiyaan itti hin gammannee diddee keessaa baatee Masriin “hidhaa abbayaa sun hin bobeessiti faa taati,” jedhe.

Bulchiinsii Tiraampi waan Suudan galmee biyyoota nagaa dhowwanii keessaa baasan irralleeti waan gargaarsa maallqa Amerikaan nama hujii dhabee biyya isii keessati kennituuf waan gara garaa iratti dubbatan.

Hujiin hidhaa abbaayaa tun akka jecha pirezidaanti Tiraampitti bisaan Naayil diqqeessitii Masriillee hin miiti.

Mootummaan pirezidaanti Tiraampi Itoophiyaa marii hujii hidhaa abbaayaatti deebi’uu baannaan gargaarsa irraa qaban sun "ilaanuu hin agartu" jedhe

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG