Xurree ittiin seenan

Breaking News

Polisiin Fedeeraalaa Aara Himiimaansu Gadhiisuun Shakkame Mana Mutiitti Dhiyaateera


Mormiitoonni gaazii nama imimmaanessu jalaa dheeffan, Caamsaa 2, 2022
Mormiitoonni gaazii nama imimmaanessu jalaa dheeffan, Caamsaa 2, 2022

Salaata ayyaana Iid kan wiixata dabree Finfinnee keessatti gaggeeffame irratti polisiin Federaalaa Gaaza Himiimaansu gadiisuun shakkame har’a mana mrtii duratti dhiyaatee jira.sina ayyaaneeffannaa Iid kana irratti polisiin Fedeeraalaa akka tasaa Gaaza himiimaansu eega gadhiisee booda jeeqamsii uumamee ture.

Ayyaanna ID Al Faxir, Finfinnee
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:50 0:00

Mootummaan haala kana waliin wal qabatee namoota hokkara kana keessaa qooda olaanaa qabu jedhee shake to’annaa jala olchuu isaa beeksisee ture jechuun Keeneedii Abaate Finfinnee irraa gabaasee jira.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:44 0:00
More
XS
SM
MD
LG