Xurree ittiin seenan

Breaking News

Presidaantiin Yunaaytid Isteets Yaadannoo Ajeechaa Tulsaa Irratti Argaman


Presidaantiin Yunaaytid Isteets Joo Bayiidan sirna yaadannoo wagaa dhiibaa Ajeechaa Tulsaa isaa gosa irrati huunda’ee kabajuudhaaf kutaa Okilaahoomaa magaala tulsaati ni argamu.

Sababinii jeequmsa wagga 100 har’aa 1921 ta’e Sanaa mucaan dargaggeessii guraachii wagga 19 mucaa durbaa adii wagaa 17 umnaan gudeedeeraa waan jedhameef ture.

Balaa sanaan gandii guraachonii itti heddumaatan Greenwood jedhamu barbadaa’ee ture.

Magaalli Tulsaa bakka awwaala jilmaa namootani 300 jeequmsaa sanaa du’aniiru jedhamanii shakkaman barbaachuu irra jiriti.

Haangawoon mootummaa Yunaaytid Isteets tokko tokko ajjeechaa bara darbee minisootaa keesatii nama Joorjii Flooyid jedhamuu irratii poolisiin raawwate caqasuudhaan, yaadannoon wagga 100 Ajeechaa Tulsaa tasifamuun barbaachisaa akka ta’e dubataniiru.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG