Xurree ittiin seenan

Breaking News

Prezidaant Baaydiin fi Haatii Warraa Maatii Ijoolleen Jalaa Ajjeefaman Dubbisan


Prezidaantii Amerikaa Joo Baaydin fi haatii warraa isaanii Jiil Baaydin mana barumsaa ijoollee 19 fi barsiistonni lama itti ajjeefam funduratti, Caamsaa 29, 2022.
Prezidaantii Amerikaa Joo Baaydin fi haatii warraa isaanii Jiil Baaydin mana barumsaa ijoollee 19 fi barsiistonni lama itti ajjeefam funduratti, Caamsaa 29, 2022.

PrezidaantiinAmerikaa Joo Baaydin fi haatii warraa isaanii Jiil Baaydin Dilbata kaleessaa Teeksaas keessatti maatiwwan ijoolleen mana barumsaa keessatti jalaa ajjeefamnaan gadda keessa jiranii fi namoota dursnii birmatan waliin wal arganii jiru.

Lafa ijoolleen 19 fi barsiistonni isaanii lama Kibxata dabree itti ajjeefaman kan mooraa mana barumsaa kan daawwatan jiru.

Hidhataan umriin 18ti daree keessatti baratanti barattoota waliin ofittic ufatee,qawwee rasaasaa kuma tokko qabu qabatee ture.

Prezidaant Baaydiin fi haatii warraa tajaajiila waldaa Kaatolikii keessatti gaggeeffame irratti kan argaman yoo ta’u, jiraattonni hedduun prezidaant Baaydiin fi Kongreesa irraa waan abdiin eegana jechuun RSAf ibsanii jiru.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG