Xurree ittiin seenan

Breaking News

Prezidaant Baayiden Giddu-galeessa Bahaatti Imaluuf Karoorfatan  

FAAYILII - Pirezdaantii Yunaaytid Isteets, Joo Baayden
FAAYILII - Pirezdaantii Yunaaytid Isteets, Joo Baayden

Prezidaant Joo Baayiden baatii dhufu Saawudii Arabiyaa fi Iraa’eeliin dabalatee Giddu-galeessa Bahaa akka daawwatan himamee jira. Xiinxaltoonni akka jedhanitti daawwannaan prezidaantichaa haala waraansa Yemen keessaa dhaabuun itti danda’amuu fi hanqina zayita boba’aa gabaa addunyaa jeeqaa jiru sirreessuun danda’amutti fuuleffata.

XS
SM
MD
LG