Xurree ittiin seenan

Breaking News

Prezidaant Saahle Werq Lammilee Itiyoophiyaa Biyyaa Afrikaa kibbaa Jiraatan Duuka Mariyatan


Yaa’ii waa’ee Diinagdee Addunyaarratti xiyyeeffatu World Economic Forum 28ffaa irratti hirmaachuuf Afriikaa Kibbaa ka jiran Pirezdaantiin Itiyoophiyaa Saahle Werq Zewdee lammilee Itiyoophiyaa biyyas jiraatan waliin mariyatanii jiru.

Wal gahii kanarratti lammileen Itiyoophiyaa argamanii gaaffii qaban Prezdent Saahle Werq gaafachuu Barreessaa itti Aanaan hawaasa lammilee Itiyoophiyaa Afrikaa Kibbaa Nahwii Musaa himanii jiru. Gabaasaa guutuu caqasaa.

please wait

No media source currently available

0:00 0:02:30 0:00


Yaada kenni

XS
SM
MD
LG