Xurree ittiin seenan

Breaking News

Prezidaantiin Eertraa Daawwannaa Isaanii Kan Itiyypiyaa Xumuranii Deebi’an 


(Suuraa faayilii)

Prezidaantiin Eertraa Isaayaas Afewerqii gara biyya ofiitti utuu hin deebi’in dura muummicha ministeeraa Abiy Ahimed waliin dhimmootii biyyoota lamaanii fi naannoo irratti mari’achuu dhaan hariiroo jalqabames cimsuuf walii galuu isaanii ministriin odeeffannoo Eertraa Yemaanee G/Meskqel fuula tweeter isaanii irratti barreessaniiru.

Prezidaant Isaayaasii fi isaan waliin kan imalan angawoonni mootummaa sadarkaa ol aanaa turtii isaanii Itiyoopiyaatti godhaniin bakka misoomaa naannolee adda addaa daawwachuu dhaan gara Asmaraatti deebi’aniiru jedhan.

Yaadawwan Ilaali

XS
SM
MD
LG