Hooggantoonni biyyoota Awwurooppaa Dilbata kaleessaa waraana Yuukireenii fi Raashiyaa irratti marii’achuuf Londonitti wal ga’aniiru. Pirezidaaniin Yuukireen Jimaata darbe sababa Pirezidaant Doonaaldi Tiraamp waliin jechoota jajjaboo walitti deebisaa turaniin Waayit Haawuusiin gadhiisee akka bahu gaafatame guyyaa tokkoon booda immoo hooggantoota Awurooppaan simannaan ho’aan taasifameeraaf. Gabaasa Araash Arabasaadi Mitikkuu Fiqaaduu dhiheessa.
Forum