Xurree ittiin seenan

Breaking News

Prezidaantonni Amerikaa fi Raashaa Marii Gaggeessuuf Jiru


FAAYILII - rezidaant Joo Baaydiin fi prezidaan Vlaadmiir Putiin , Jeenevaa, Swiizerlaand, Waxabajjii 16, 2021
FAAYILII - rezidaant Joo Baaydiin fi prezidaan Vlaadmiir Putiin , Jeenevaa, Swiizerlaand, Waxabajjii 16, 2021

Kibxata har'a gama Vidiyoon kan dubbachuuf jiran prezidaant Joo Baaydiin fi giti isaanii kan Raashiyaa Vlaadmiir Putiin ajandaa olaanaan marii kanaa waa'ee Raashiyaan hunootii ishee daangaa Yukreen irra qubsisuu akka ta'e masaraan Waayit Haawuus beeksisee jira.

Hariiroo biyyoota lameenii gidduu kan ilaaleen dubbachuuf carraan akka jiru ibsamee jira.

Gabaasa Guutuu Caqasaa

Prezidaantonni Amerikaa fi Raashaa Marii Gaggeessuuf Jiru
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:18 0:00


Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG