Xurree ittiin seenan

Breaking News

Prezidaantonni Yunaayitid Isteets affeerraa taasisan

Prezidaanti Joo Baayiden haadhaa warraa isaanii Jiil Baayiden, itti aantuu prezidaantiin Kaamilaa Haariis abbaa warraa isaanii Daag Imhoof wajjin ta’uudhaan magaalaa Waashigtoon DC kessatti affeerraa taasisan, Kibxata, Sadaasa 24, 2021

Ayyaana Galateeffannaa isa Kamisa borii guutummaa Yunaayitid Isteets keessatii kabajamee oolu sabaabeeffachuudhaan Prezidaantiin Biyyatii joo baayiden haadhaa warraa isaanii jiilii waliin, akkasumas itti aantuu prezidaantiin Kaamilaa Haariis abbaa warraa isaanii Daag Imhoofii wajjin ta’uudhaan magaalaa Waashigtoon DC keessatti, manoottan baruumsaa fi bakka naamoonii mana hin qabnee qubatan deemuudhaan midhaan nyaataa indaaqqoo Turkii fi Dammee ykn Mixaaxisa irraa qophaa’e affeeraniiru.

Prezidaant Baayiden erga taatee tajaajila hawaasaa kana waawwatanii booda bakka yeroo boqonnaa ayyaana waggaa itti dabarsan gara kutaa biiyyaa Maasachuseets deemuun isaanii gabaasameeraa.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG