Sidaamaan ykn naannoo ufi dandeette taatee baatii ykn ammoo naannuma Kibbaa jalatti bulti.Boordiin filannoo nama hujii tana qindeessu 6,400 leenjisuutti jirti
Leenjii tana irratti akka daarekterii odeeffannoo boordii filannoo Itoophiyaa Soliyanaa Shimellis jettetti maanummaa murtii ummataa, maalummaa filannoo seera qabduu akka kaardii itti lakka’anii fi waan hedduu.
Duula murtii ufii ufiin murteeffachuu tana Onkololeessa 25 haga 30 media irratti jalqaban.
Hujii tana dhaabbilee ummataa hojjatan, paartilee siyaasaatii fi qaama akka akkaatti hojjachuu dandaha.
Yoo wannii cuftii akka dansaa deemte murtii ummataa irratti buufata filannoo 690 jiraata.
Godinii Sidaamaa fedhu citee naannoo ufii tahaa tahuu baannaan akkuma amma jirutti jiraataa tun ummatatti bahee waan jedhu jedha.