Xurree ittiin seenan

Breaking News

Raashiyaan Filannoo Ameerikaa Jidduu Seenuu Kanneen Qoratan Filannoo Baranaa Jidduu Seenuu Malu jedhan Traamp


Prezidaant doonaald Traamp abbootiin alangaa kanneen qoranaa jiddu seeniinsa Raashiyaa kan duula filannoo bara 2016 qoratan filannoo mana maree kan baatii Sadaasaa keessa geggeessamuuf jiru jidduu seenu jedhan.

Traamp gareen abbaa alangaa addaa kan Robert Muller attamiin filannoo barchuma paarlaamaa 435 kan amana maree fi barcuma senetii 100f sagalee kennamu jidduu seenuu akka danda’u ibsa hin kennine.

Torban darbe qorannaan Mueller kan waggaa tokkoof geggeessamaa ture kanneen sagalee kennan kaadhimamaa filannoo isaanii ta’eef sagalee akka hin kennine ittisa, kun immoo paarii Ripaablikaan hanga tokko miidha jedhan.

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG