Xurree ittiin seenan

Breaking News

Raashiyaan Wal Ga’ii Biyyoota Duroomaniitti Deebi’uu qabdi: Prezidaant Traamp


Prezidaant Doonaald Traamp wal ga’ii biyyoota G7f gara Kanaadaatti ennaa qajeelan Raashiyaan gumii biyyoota guddataniitti deebistee affeeramuu qabdi jedhan.

Traamp kana kan dubbatan Wahite House utuu hin ka’in dura ture kan kana dubbatan.

Hoogganoota G-7 keessaa tokko muummichi ministeeraa Xaaliyaanii Giuseppe Conte ergaa tweeter maxxansaniin yaada kana dhiyeessan.

Qophiissaan gumii bara kanaaf dubbi himaa kan ta’an muummichi ministeeraa Kanadaa Justiin Trudeau akka jedhanitt garuu Kanaadaan Raashiyaan deebitee seenuu isee mormuu itti fufti jedhan.

Dubbi himaan Kremlin Dmitry Peskov waa’ee kanaa dubbachuuf tole hin jedhin hafan.

Raashiyaan G-7ttii add kan ta’e dhimma irratti fuuleffatu qabdi jechuu isaanii dhaabbati oduu Sptnik gabaaseera.

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG