Xurree ittiin seenan

Breaking News

Saaudii Fi Masriin Adda Addummaa Qaataar Waliin Jiru Furuuf Marii Jalqaban 


Saudi Arabia fi Masriin hariiroo isaanii bakkatti deebsiuuf jecha dhimmootii cimoo ta’an Qaataar waliin furmaata itti kennuu kan jalqaban yoo ta’u, kan Yunaayitid Isteetis biyyoonni araba walitti bu’uun diina waliinii kan taate Iraaniin fayyada ka jedhuuf fala barbaadaa kan jiran ta’us, biyyooni galoo galaanaa lamaan akka waadaa seenanitti tarkaanfiin fudhatan boodatti harkifachuu diplomaatonni dubbataniiru.

Masrii, Tokkummaa embireetota Arabaa, Baahireenii fi Saaud Arabiyaan Dohaan shororkeessummaa deggera jechuu dhaan erga walakkeessa bara 2017 qabee hariiroon isaanii laaffataa kan dhufe yoo ta’u Qaataar garuu ni haalte.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG