Xurree ittiin seenan

Breaking News

Sadarkaa 10 Duraa Dorgommii Maraatoonii Dubaay Atileetota Itoophiyaatu Injifate


Badhaatuu Hirpaa, Maaraatoonii Dubaayi, Dilbata, Amajjii 12, 2025.
Badhaatuu Hirpaa, Maaraatoonii Dubaayi, Dilbata, Amajjii 12, 2025.

Dorgommii Maraatoonii Dubaay Dilbata kaleessaa geggeeffame dhiiraan Buttee Gammachu, dubartootaan immoo Badhaatuu Hirpaa moo’aniiru.

Badhaatuu Hirpaa, Maaraatoonii Dubaayi, Dilbata, Amajjii 12, 2025.
Badhaatuu Hirpaa, Maaraatoonii Dubaayi, Dilbata, Amajjii 12, 2025.

Butteen Maaraatoonii jalqabaaf kaate kana sa'aatii lama daqiiqaa afur fi sekondii 51n sarara xumuraa qaxxaamure.Dorgommii dubartootaa, Badhaatuun sa'aatii lamaa daqiiqaa 18 fi sekondii 27n injifatte.
Dorgommii Maraatoonii Dubaay "Toop Teen" jechuunis sadarkaa tokkoo amma kudhanii hundumaa atileetota Itoophiyaatu injifate. Gabaasichi an Madda Oduu Rooytersi.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:52 0:00
More
XS
SM
MD
LG