Xurree ittiin seenan

Breaking News

Sagantaan Seeftii Neet Misoomaa Dirree Dawaaa Keessatti Labsamee Jira 


FAAYILII - Magaala Dirree Dawaa
FAAYILII - Magaala Dirree Dawaa

Waggootii dhufan shaniif hojii irra kan ooluu fi seeftii Neettiin misoomaa Kun lammiwwan biyyatti 816,000 fi itti fayyadamoo taasisaa kan jedhame yoo ta’u, misooma magaalaaleefis kan gumaachu qaba jedhameera.

Mgaalaalee 83 keessatti hojii irra kan ooluu karoorri kun Doolaarrii Miliyoona 500 fi Miliyoonni 50 kan ramadameef yoo ta’u, irra jireessaan kan itti fayyadamuuf jiran dubartoota ta’uun waltajjii qophaa’ee irratti ibsamee jira.

Waltajjii magaala Dirree Dawaa keessatti projeektii seeftii Neetti misoomaa kan ilaalchisee gaggeeffame irratti argamuun haasawaa kan dhageesisan waajiira misooma magaalaa fi hundee misoomaaf de’etaa misnisteeraa kan ta’an aaddee Caaltuu Saanii turan jechuun Addis Chekool gabaasee jira.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG