Xurree ittiin seenan

Breaking News

Oromiyaa keessatti namoonni 14 seeraan ala lafa bituu fi gurguruun adabaman


Oromiyaa nannoo sabbataa irraa lafa waliin haala wal qabateen kan himataman namoota 50 ta’an keessaa14 irratti hidhaa waggaa 3 kaasee hanga wagga 16 ga’uu fi adaba maallaqaa qarshii kuma tokkoo kaasee hamma kuma shantama ga’uutu dabalataan Sadaasa 10 bara 2011 irratti murtaa’e.

Shan immo walaba gadhiifaman.Namoota kana irratti himataman kan dhiyesse komishinni naamusaa fi farra malaamatummaa Oromiyaa yoo ta’u waajiira kana keessatti abba adeemsa hojii dhimmootii komunikeeshinii kan ta’an obbo Xayyib Abba Foggii akka jedhantti kanneen hafanis irraa jala dhimmi isaanii murtii argataa adeema jedhu.

Guutummaa gaaffii fi deebii kanaa MP3 tuquun dhaggefadhaa.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG