Xurree ittiin seenan

Breaking News

Senaater Jiim Inhoof Finfinnee Galuun Ibsame


Senaater Jiim Inhoof Muummeen Ministiraa Itoophiyaa Abiyyi Ahimad wajjin

Murtii qoqqobbii mootumman Yunaayitid Isteets Itiyoophiyaa irratii dabarsee mormuudhaan kan dubataan Senaater Jiim Inhoof Finfinnee galuu isaanii Mumichi Ministeeraa Itiyoophiyaa Abiy Ahimad "Baga nagaadhaan biyya keesan lammaffatti dhufatan," jechuudhaan beeksisaniiru.

Senaater Jiim Inhoof mootummaan Ameerikaa dhaaba TPLF isa shororkeesaa ta’e fi mootummaa walqixaaa adabuun sirrii miti jedhaani mormaniiru. Jiim Inhoof hasaa taasisan keessatii Iiyoophiyaa yeroo 19 dawachuu isanii ibsanii turan.

Senaater Jiim Inhoof imalli amma isaan Itiyoophiyaatii taasisan kaayyoon isaa hin ibsamne.

Yaadawwan Ilaali (5)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG