Xurree ittiin seenan

Breaking News

Sirni Awwaalcha Angawoota Mootummaa Baahir Daarii fi Maqalee Keessatti Har’a Raawwatame


Waxabajjii 15 bara 2011 magaalaa Finfinnee fi Baahir Daar keessatti ajjeechaa angawoota mootummaa irratti raawwatameen kanneen lubbuun isaanii darbe sirni awwaalcha prezidaantii naannoo Amaaraa Dr. Ambachoo Mekkonnenfaa har’a Baahir Daaritti Finfinnee mana ofii keessatti kan ajjeefaman kan hoogganaa humna Waraanaa Generaal Sa’Iree Mekonnin fi kan General Gezaa’ii Abarraa immoo Mekelee keessatti raawwaamee jira.

Sirna awwaalchaa kana irratti maatii fi firoottan jaalleewwan isaanii kan qabsoo abboonni gadaa abboonni amantii fi angawoonni mootummaa argamaniiru.

please wait

No media source currently available

0:00 0:04:18 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG