Xurree ittiin seenan

Breaking News

Sodaa vaayireesii koronaatiif jedhanii dorgommii ispoortii addunyaa hedduu guyyaa qara qabaniif irraa duratti hiissan


Vaayireessii Koronaatif jedhanii dorgommii ispoortii addunyaa hedduu hambisan
Vaayireessii Koronaatif jedhanii dorgommii ispoortii addunyaa hedduu hambisan

Vaayireessii Koronaa Muddee 2019 Chaayinaatti argani. Haga ammaatti biyya kunrya hedduutti dhukkuba kana ufi keessatti argee nama kuma hedduutti tanaan lubbuu dhabe.

Dorgommii ispoortii dhiba kanaaf jedhanii dabarsan atileetotii Itoophiyaalleen itti qophaahuutti jiran hedduu akka itti aanaan koomishineerii ispoortii federaalaa Duubee Jiloo jedhetti.

Akka kanaan maratoonii Room,Polaandi,Kooriyaa Kibbaa, Israahel, Chaayinaa, Paarisii fi hedduu.

Akka itti aanaan Koomishineeraa Duubee Jiloo jedhetti Itoophiyaan aitleetota isii biyya dhiba kana itti himan akka hin dhandhe ta dhoortelleen hin jirti.

Oloompikiin Tookiyoo ta ji’a jahaan duubatti dorgomanillee yoo akkuma kanatti deeman hafuu fa dandeetti akka jedhanitti.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG