Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hoteela Naasoo -Hablood (Moqaadishoo), Haleellaa Boombii Booda Waxabajjii 26, 2016

Haleellaa hoteela Moqaadishoo, Naasoo - Hablood irratti shororkeesitoonni geechisaniin namoonni 20 du'an. Milishoonni Al-Shabaab haleellaa kana akka gareen isaanii geechise ibsaniiru.

XS
SM
MD
LG