Xurree ittiin seenan

Breaking News

Sudaan Kibbaa Rakkoo Beelaatu Mudate 


(Suuraa faayilii)
(Suuraa faayilii)

Sudaan Kibbaa rakkoo beela hamaa argamee hin beekne ishee mudachuu isaa sagantaan nyaata addunyaa irraa Marwa Awad ibsanii jiru.

Baatilee dhufan keessa uummanni sudaan kibbaa Miliyoona 8.3 tti tilmaamaman, beela hamaan isaan mudachuuf akka jiru, kunis yeroon midhaan facaasuu fi galfachuu dhumaa ennaa deemuutti ta’uun ibsamee jira.

Uummanni miliyoona 8 caalaan akkaan beela’aa kan jiran ta’u fi isaan kunis yoo gargaarsa nyaataa hin argamu taanaan beela’uuf jiran kan dabalachuuf jiru ta’u sagantaan nyaata addunyaa beeksisee jira.

Walitti bu’iinsa, balaa lolaa bishaanii fi gatiin nyaataa akkaan dabaluu isaa uummata abdii kutachiisuun ibsamee jira.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG