Xurree ittiin seenan

Breaking News

Filannoon kadhimamtoota Pireezdaantumaa Yunaaytid Isteets "Super Tuesday" Jedhamuu Kaleessaa Geggeeffame.


Amerikaan perzdaantii filachuuf kaadhimamtoota wal dorgomsiifachuutti jirti.
Qara nama 20 dhiyaatutti jalqabee amma torbatti walti hafe.Warrii walti hafe hagii tokko dureeyyii horii biliyoona hedduu qabu,hagii tokko ogeeyyota fayyaa addunyaan beettu, hagi tokko warra siyaasaan addunyaatti beekamu namuu waan akka akkaatiin beekama.

Caalaa agarsiisi

XS
SM
MD
LG