Xurree ittiin seenan

Breaking News

Suudaan Filatamuun Sirri Miti : Xiinxaltoota


Suudaan Filatamuun Sirri Miti : Xiinxaltoota
Suudaan Filatamuun Sirri Miti : Xiinxaltoota

Dhaabbata meeshaa kemikaalaan gargaaramuu dhaabsiuuf hojjatuu keessatti Suudaan itti aantuu dura teessuu kaawunsilii walii galaa ta’uun filatamuun ishee yaaddoo uumee jira.Kun ta’uun amanamuummaa fi kaayyoo ittiin hundeeffama dhaabatichaa tuffii keessa galcha jedhu xiinxaltoonni hangi tokko.

Sudaan uummata Daarfuur kan kutaa Jebeel Marraa irratti bara 2016 keessa meeshaa kemikaalaa gargaaramuu isheen ijoolee dabalatee namnii 250 du’uu fi hedduu mada’uu gareen mirage dhala namaaf falmu Amnestii Internaashinaal baatii Fuulbaana darbe gabaasee ture. Sudaaniin aangoo kanaaf filachuun himannaa duraan irratti dhiyaate akka hin qoratamne ugguruu ta’a jedhu hayyonni

Gabaasnii Amnestii dhugaa irraa kan fagaate kan jedhan ministriin dantaa alaa Suudaan gabaasa sanaaf deebii barbaachisuus yeroon kenninee turre jedhu.Sudaan meeshaa kemikaalaa hin barbaachiisu ejjennaa jedhu qabdi, addunyaan kam iyyu ittiin gargaaramuus ni balaaleeffatti jedhan.

Gabaasa guutuu dhaggeeffadhaa

Suudaan Filatamuun Sirri Miti : Xiinxaltoota
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:29 0:00

XS
SM
MD
LG