Xurree ittiin seenan

Breaking News

Talaaliin Astraa Zeneekaa Rakkoo Hin Qabu: Somaaliyaa


Talaaliin dhukkuba Koviid-19 ittisuu Astraa Zeneekaan yeroo Somaaliyaa galu

Talaaliin dhukkuba Koviid-19 ittisuu Astraa Zeneekaa jedhamu kan ilaaleen yaadii adda addaa dhaga'amaa kan jiru ta'uus Somaaliyaan talaalii kana kennuu itti fuuftee jirti.

Miniisteerri fayyaa kan Somaaliyaa Kibxata kaleessaa talaalii kana ennaa fudhatan Vidiyoon dhiyaataa ture.

Kunis faca'iina vaayrasii Koronaa dabalaa jiru hanqisuun barbaachisaa ta'u fi talaaliichi rakkoo akka hin qabne agarsisuufii jedhamee jira.

Somaaloyaan talaalii kana marsaa duraa 300,000 Wiixata darbee karaa sagantaa Kovaaks jedhamu gargaarsaan argatte.

Yaadawwan Ilaali (1)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG