Xurree ittiin seenan

Breaking News

Tapha kubbaa milaa Afrikaa fi soda nageenyaa 


Fayiilii - Konfedereshiniin Kubbaa Miilaa Afrikaa Masriitti kongiresii isaa yeroo geggeessu suuaa viidiyoo irraa fudhatame, Sadaasa 26, 2021.

Taphnii kubbaa miilaa ardii Afrikaa Amajjii 9/2021 irraa jalqabee biyya Kaameruun keessatti taasifamaa. Garuu rakkonn nageenyaa yaaddessaa waan ta’aa jiru fakkaata . gareen riphee loltootaa warren kibba lixaa biyyatii kutaa isaan bilisa baasna jedhanii lolaa jiran keessatii taphii hin taasifamu jechaa jiru.

Mootummaan kaameruun gama isaatiin umnaa nageenyaa hedduminaan akka bobbaasu fi tarkaanfii fudhatu daadatee jira.

Dhimma kana irratii gabaasinii itti aanu baldhinaan waan jedhu qaba. Caqasaa.

Tapha kubbaa milaa Afrikaa fi soda nageenyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:40 0:00


Yaadawwan Ilaali (3)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG