Xurree ittiin seenan

Breaking News

Tigraay ammallee Dr Debretsiyoon Gebremikaa'e pirezidaantiif filattee kakatee hujiitti dabre


Dr. Dbretsion Gebremicheal(suuraa kuusaalee)
Dr. Dbretsion Gebremicheal(suuraa kuusaalee)

Manii maree naannoo Tigraay ammallee Dr Debretsiyoon G/Mikaa'el pirezidaantummaa naannootiif filatee kakachiisee hujii jalqabsiifate.

Akka oduu arganneetit miseensotii mana marii 215 cuftii isa filatan.Miseensotii mana marii isaaniillee akkuma kana hujii jalaqaban.

Debretsiyon filannoo naannoo Tigraay dhiyoo tolfatte ka mootummaan federalaa seeraa ala jedhe irrtti harka guddaan filatame.

Mootummaan federaalaa filannoo seeraa alaa jedhullee Tigraay mirga seerii naannoleen kenneen filanna jedhanii itti dabaran.

Akka paartiitti ka moohatte TPLF. Filannoo Tigraay ta baranaa nama miiyoona 2 fi kuma 70 caalaatti bahee filate jedhan. Tigraay naannolee 10n Itoophiyaa keessaa tokko.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG