Tigraay keessatti dhukkuboota daddabroo hin taaneen namoonni qabamanii dhaabbattoota Fayyaan hordoffiin taasifamaa fi turan kuma shantama caalaan dawaaleen dhabamuu irraa kan ka'e du'aaf saaxilamuun gabaafameera.
Gama kaanii addunyaan irratti raabsii talaalii fayya KOOVIID-19 wal qiccaatuutti vaayrasichii dhabamaa hin jiru jedhan jaarmayaan Fayyaa Addunyaa.
Mata duree lameen irratti gabaasa ergame caqasaa.