Xurree ittiin seenan

Breaking News

Tigraay Keessaa Lakkoobsi Namoota Beelaan Du’anii Dabalaa Jiraachuun Ibsame


Faayilii - Namoota Tigraay magaala Aguwaalaa keessaatti qarqaarsa kennameef maddii tataa'an, Caamsaa 8, 2021
Faayilii - Namoota Tigraay magaala Aguwaalaa keessaatti qarqaarsa kennameef maddii tataa'an, Caamsaa 8, 2021

Tigraay keessaa dhiyeessiin gargaarsaa waan dhaabateef jecha sababaa beelaan lakkoobsi namoota du’anii irra jireessi biyya ofii keessatti qe’ee irraa godaananii dabalaa addmuun gabaasamee jira.

Akka dhaaba gargaarsa hatattamaa fi deggersa saffisaa naannoo sanaatti, aanaa tokko keessaa namoonni 174 sababaa beelaan du’aniiru.

Manneen barnootaa kan fafakkaatan qubsuma yeroofii keessa, namoonni wal waraansa jalaa miliquun qubatanii jira miliyoona lama ta’an adda durummaan beela kanaaf saaxilamuu jechuu dhaan angawoonni ibsuu isaanii Alem Fissehaa Meqelee irraa gabaaseera.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG