Prezdaant Doonaald Tiraamp bulchiinsa isaanii si’a lammaffaa kana keessatti haasaa jalqabaa walga’ii waloo Kongireesii fi senetii irratti taasisaniin dhimmoota barbaachisoo hedduu irratti dubbatu jedhamee eegama. Isaan keessaa waraana Yukireen fi Giddu Galeessaa Baha keessatti geggeeffamaa jiru xumuruu, Yunaayitid Isteetis biyyoota biroo irratti taarifa kaa’uu, fi bal’ina mootummaa federaalaa Yunaayitid Isteetis hir’isuu faa akka dabalatu tu eegama. Gabaasa Veroonikaa Baalderaas Ileesisas Tujubetu dhiyeessa.
Prezidaant Tiraamp Kibxata Boorii Walga’ii Waloo Koongiresii fi Senetiirratti Haasawa Taasisuuf Jiran
- VOA
Forum