Kaadhimamtoonni dorgommi prezidaantummaa Yunaayitid Isttes Itti anuuf taasisaa jiran Joo Baayideni fi Doonaald Traamp duulaa maallaqa sochii filannootiif oolu walitti qabuu taasisaa jiru.
Kaadhimamaa Paartii Rippaabilikaanotaa Doonaald Traamp garagaruumaa buusii Joo Baayideni fi isaan gidduu jiru dhiphisuudhaaf torban kana keessaa kutaa Filooriidaa keessatti duula maallaq walitti qabuu taasisuuf karoorfatanii jiru. Baayidenis torban kana keessaa waan karoorfatan qabu. Gabaastun VOA Veeroonikaa Baaldaraas ergite Befekadu Morodatu dhiyeessa.
Forum