Xurree ittiin seenan

Breaking News

Tokkummaa Mootummootaa: Somaaliyaatti namii beelaan du’uutti jira


Akka Tokkummaa Mootummootaatti biyyitii Afrikaa gama Gaafaa haga bara kana rakkatteetuu hin beettu.Tun waan ganna 60tii asitti arganiituu hin dhagahin.

Gabaasii Tokkummaa Mootummootaa,Somaalii godina lamatti laftii oolaa,beela namaa fi horiillee waliilleen waan naaytuu fi humna nyaatullee dhabee itti du’u jedhe.

Tokkummaan Mootummootaa rakkoo tana hagana caalaa hammaachuu dhowwuullee hinuma fedha, taatullee humna itti dhabee jedha.

Akka gabaasa Tokkummaa Mootummootaatti nama Soomalii kuma 10,000 keessaa guyyuu nama lamatti waan nyaatuu fi humna nyaatuun dhabee du’a.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG