Xurree ittiin seenan

Breaking News

Traamp: Filannoon Geggeeffame An Injifannoo Itti Arganne


Prezidaantiin Yunaayitid Isteetis – Doonaald Traamp, filannoo walakkeessa marsaa, ka kaleessa guutummaa biyyattii keessatti geggeessame irratti “injifannoo guddaa arganne” jechuun dhaadhessanii dubbatan.

Filannoo sana irratti, paartiin dimookiraatotaa mana-maree bakka-bu’ootaa keessatti sagalee yayyabaa argatan iyyuu, Rippuubilikaanonni mana-maree murtii seeraa keessatti akkuma sagalee irra-jireessa qabatanitti hafan.

Filannoon ammaa kun, baatii Amajjiitti, mana-maree siyaasaan addaan-qoodame waltajjiitti fiduuf, prezidaant Traamp, imaammatoota isaanii raggaasisiifachuuf rakkoon mudachuuf deema – jedhama.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG