Xurree ittiin seenan

Breaking News

Traamp Hogganaa Koriyaa Kaabaa Faarsan


Koriyaan kaabaa sagantaa Nukleeraa qabdu hatattamaan cufuuf qophii dha jedhan prezidaantiin Amerikaa Donaald Traamp . Kanas Sigaapoor keessatti hogganaa Koriyaa Kaabaa Kim Joong Un waliin eega mari’atanii booda dubbatan. prezidaant wanni dubbatan jiran isa walii galtee mallatteessan irra jiru san kan caalu jedhamee jira.

Hogganaan Koriyaa Kaabaa nama gaarii,qaroo akkasumas araaraaf dubbachuu irratti dandeetti qabu jechuun faarsan Traamp. Hogganaan Koriyaa Kaabaa garu wanni dubbatan xiqqoo ture.Isaan keessaa muuxannoo durii kan eenyummaa namaa ituu hin beekin akkumatti murtii kennuu ti. Inni akkasii kun immoo tarkaanfii itti fufee fudhatamu qabu irratti danqaa ta’e jedhu Kim.

Hogganoonni addunyaa marii gaggeeffame irratti yaada maalii qabu? Gabaasa Caqasaa.

Traamp Hogganaa Koriyaa Kaabaa Faarsan
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:05 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG