Xurree ittiin seenan

Breaking News

Trump Itti Gaafatamaa Dhaaba USAGM Kaadhiman


Asxaa Dhaaba USAGM waajjira Sagalee Ameerikaa keessatti Waashingitan Diisii, Sadaasa 22, 2019.
Asxaa Dhaaba USAGM waajjira Sagalee Ameerikaa keessatti Waashingitan Diisii, Sadaasa 22, 2019.

Pireezidaant Doonaald Tiraamp rogeessaa fi barreessaa safuutti cichu Brent Boozel hoogganaa USAGM jechuun dhaabbata Sabaa Himaa Addunyaa kan Yunaayitid Isteetis,

kan VOA dabalatee ejensiiwwan sabaa himaa mootummaa Yunaaytid Isteetisiin maallaqaan deggeramaniif itti gaafatamaa akka tahan muudanii jiru.

Waggaa 38f Hundeessaa fi Pirezidaantii Giddugala Qorannoo Miidiyaa ta’uun akka nama tajaajiletti, haala Miidiyaa maxxansaa, televijiinii fi ka toora interneetii, Brent caalaa kanneen hubatan xiqqooda jechuun, Tiraamp waltajjii miidiyaa Hawaasaa kan ofii “Truth” irratti Roobii galgala maxxansanii jiran.

Forum

XS
SM
MD
LG