Biyyii Turkii yeroo amma biyyootan Afrikaa waliin hariiroo dinagdee cemsachaa jirtti. Turban kana magaala istaanbul keessatii gumii guyyaa lamaa dimmaa walitti dhufeenya diinagdeetii fi Diplomaasiiy irratii xiyyeefatee biyyoottan Afrikaa waliinii tasifamu keessumeesuuf deemtti.
Gabaasa Doriyaan Jones VOA dhaaf erge Nugusuu Tamree tu dhiheessa.