Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ugaandaan Humnoota Naga Eegumsa Eebbisiiste 


(Suuraa faayilii)
(Suuraa faayilii)

Humnoonni naga eegumsa Ugaandaa roobii borii prezidaanti Yuweerii Museveeniin hirbuu seenuu isaanii dura naannoo magaalaa galma mootummaatti bobba’anii jiran.

Filannoon batii Amajjii keessaa wal dha’e jechuun kan mootummaa qeeqan manni jireenyaa hooggnaa garee mormituu kan Boobii Waayin marfamee jira. Haliimaa Athumaanii Kampaalaa irraa akka gabaastetti, tarkaanfiin nageenyaa kun kan angawoonni mormitoota akeekkachiisan fakkaata.

Daandileen magaalaa Kampaalaa loltoota lafoo daandii irra sosso’an, sinaayiperoota guutuu manaa irra jiran, meeshaalee gurguddoo fi knkolaataa waraanaa fi poolisootaan marfamtee jirti.

Prezidaanti Museveenii fi paartiin isaanii sochiin dura dhaabbannaa biyyoolessaa filannoo Amajjii 14 dhibba irraa sagalee 58.6 argachuun ijifachuun kan labsame yoo ta’u, Boobii waayin fi paartiin isaanii gamtaan tokkummaa biyyoolessaa kan dhibba irraa sagalee harka 34

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG