Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ugaandaan Waggaa Sadii Keessatti Yeroo Duraaf Namnii Tokko Dhukkuuba Iboolaan Qabame Du’u Gabaaste


FAAYILII - Namni ibolaan qabame yeroo awwalamu, Fulbaana 20, 2022
FAAYILII - Namni ibolaan qabame yeroo awwalamu, Fulbaana 20, 2022

Ugaandaa keessatti erga bara 2019 as yeroo duraaf namnii tokko dhukkuuba Ibolaan du’u Kibxata har’a gabaastee jirti.Konyaa Mubende waalyaa keessatti weerarrii Iboolaa ka’u fi dhiirrii umriin 24 dhukkuuba Kanaan qabamee du’u ministeerri fayyaa kan biyyatti Twitarii irratti ibsee jira.

Jaarmayaan fayyaa ddunyaa(WHO)n har’a gara ganamaa namnii umriin 24 kan Munende keessaa vaayrasii Iboolaa maddi isaa Sudaan irraa ta’ee fi baayyee hin mul’anneen qabamuu beeksisee ture.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:51 0:00
More
XS
SM
MD
LG